በኃብት ስጦታ አንፃር ስንመለከት ኢትዮጵያ ለሁሉም የሚበቃ ኃብት እንዳላት እናውቃለን። በባሌ ዞን ከተለያዩ አመራሮች ጋር ያደረግነው ጉብኝት የመጨረሻ መዳረሻ አስደማሚው የፊንጫ ሀበራ ፏፏቴ ሆኗል። በግርማ የሚወርደው ፏፏቴ ወደ ሶፍኡመር የዋሻ ሥርዓት የሚደመረውን የወይብ ወንዝ የሚቀላቀል ነው። የኢትዮጵያ ቀይ ቀበሮ የሚገኝበት ይኽ አስደናቂ ከባቢ ድንቅ የአዕዋፍ መገኛና በቅርቡ የዋሻ መስህብ የተገኘበት እንዲሁም የራፉ ውብ የዐለት ደን አቅራብያ የሚገኝ ነው። በቅርቡ በአካባቢው የሚገነባው ማረፊያ ሲጠናቀቅም ለጎብኝዎች የበለጠ ሳቢ እና ምቹ ይሆናል።
ባለፉት ሶስት ቀናት በጉብኝቱ የተሳተፉ የቀድሞ እና በሥራ ላይ ያሉ ኃላፊዎች በጉብኝቱ የተመለከቱት የተፈጥሮ፣ የባሕል እና የሰው ኃብት ከፍ ያለ መነሳሳትን ፈጥሮላቸዋል። የጋራ ሥራችን እነዚህን ኃብቶቻችንን መግለጥ፣ ማሳደግ፣ በኃብቶቹ ላይ በመጨመር ቀጣዩ ትውልድ ችቦውን ተረክቦ እንዲቀጥል መሠረት መጣል ነው። ኢትዮጵያ በርግጥም የተትረፈረፈ ኃብት ምድር ናት። እንሰባሰብ። ለማለም እንድፈር። የጋራ ነጋችንን በጋራ እንገንባ። Gama qabeenyaatiin yoo ilaalle Itoophiyaan qabeenyaa hundumaaf gahu akka qabdu beekna. Daawwannaa Godina Baaleetti hooggantoota garaagaraa waliin taasifneen dhumarratti bakki nuti ilaalle Fincaa’aa Habeeraa isa ajaa’ibsiisaa ta’edha. Fincaa’aan surraadhaan gadi bu’u kun Laga Wayyib isa sirna Holqa Soofumaritti ida’amutti kan makamudha. Naannoon ajaa’ibsiisaa Jeedalli Diimaan Itoophiyaa itti argamu kun bakka argama simbirrootaa dinqii ta’aniifi dhiyeenyatti hawwatni holqaa bakka itti argamedha. Bakki kun bosona dhagaa Raafuu miidhagaa ta’etti dhiyeenyaan argama. Bakki aara galfannaa dhiyeenyatti naannichatti ijaaramu yeroo xumuramu daawwattootaaf caalaatti mijataafi hawwataa ni ta’a. Hooggantoonni duraaniifi amma hojiirra jiran kan guyyoota sadan darban daawwannaa kanarratti hirmaatan qabeenyi uumamaa, aadaafi namaa daawwannichaan argan kaka’umsa olaanaa isaaniif uumeera. Hojiin keenya waloo qabeenyaawwan keenya kanneen mul’isuu, guddisuu, qabeenyawwan kanneen gabbisuudhaan dhaloonni dhufu xomborasaa fudhatee akka ittifufu bu’ura kaa’uudha. Dhugumaan Itoophiyaan dachee qabeenya irraa hafaati. Walitti haaqabamnu, ija jabinaan haa yaadnu, egeree waloo keenyaa waliin haa ijaarru. When we see through the eyes of abundance, we recognize that Ethiopia is a land of plenty and enough for all. The finale of our visit with a high-level delegation of current and former leaders to the Bale Zone took us to the breathtaking Fincha Habera Waterfall, which cascades majestically and flows into the Weib River that feeds the Sof Omar cave system. This remarkable area, home to the Ethiopian Red Fox, rich in birdlife, and near the striking Rafu rock pinnacles, has recently revealed a newly discovered cave system. Soon, it will become even more welcoming to travelers with the ongoing construction of a glamping site for accommodation. Members of the former and current leadership visiting over the past three days have been deeply inspired by the natural, cultural, and human wealth within our reach. Our shared task is to uncover, nurture, and build upon these treasures so that the next generation may carry the mantle forward. Ethiopia is indeed a land of abundance. Let us come together, dare to dream, and build our collective tomorrow.














