በባሌ ዞን በነበረን የሁለተኛ ቀን ቆይታ የወልመል ወንዝ የመስኖ ልማት እና ተጠቃሚ አርሶ አደሮች ጉብኝት ባሻገር ወደ ባሌ ተራሮች ብሔራዊ ፓርክ የሀረና ክላስተር በመገኘት ምልከታ አድርገናል። እነዚህ በግንባታ ላይ በባሌ ተራሮች ብሔራዊ ፓርክ ያሉ ፕሮጀክቶች በሃረና ደን የሪራ ኢኮ ሎጅ እና ከባቢውን ብሎም የመመገብያ ስፍራዎችን፣ በእግር እና መኪና መንገዶች የቡና ሱቆችን፣ የምግብ አዳራሾችን እስከ ቱሉ ዲምቱ የከፍታ መወጣጫ ስፍራዎች የሚያካትቱ ናቸው። እነዚህ የልማት ሥራዎች ዘላቂ የቱሪዝም ፕሮጀክቶች የአካባቢ የሥራ ፈጠራ ዕድልን የሚያሰፉ እና የጎብኝዎችን ዕድል የሚያሰፉ በመሆኑ በልዩ ምልከታ የሚታዩ ናቸው።

Turtii keenya guyyaa lammaffaa Godina Baaleetti gooneen Misooma Jallisii Laga Walmal eebbifnee qonnaan bultoota achirraa fayyadaman edda daawwannee booda, piroojektii misooma tuuriizimii haaraa kilaasterii Harannaa gamaaggamuuf gara Paarkii Biyyaalessaa Gaarreewwan Baaleetti deebine. Piroojektiin wayita ammaa hojjetamaa jiru kun Loojii Ikkoo Harannaafi naannawaasaa akkasumas bakkeewwan tajaajila nyaataa, daandiiwwan lafoofi konkolaataa, suuqiiwwan bunaa, bakkeewwan kora Tulluu Diimtuu of keessatti qaba. Misoomni tuuriizimii kunneen carraa hojii naannchatti uumuudhaan tuuriizimii waaraa gabbisuuf kan karoorfaman yoo ta’an, turtii daawwattootaa mijataa taasisuudhaan hambaa addaa uumamaafi aadaa paarkichaa mi’eeffachuu isaan dandeessisa. On our second day in Bale Zone, in addition to inaugurating the Welmel River Irrigation Development Project and visiting nearby beneficiary farms, we returned to Bale Mountains National Park to review new tourism development projects in the Harenna cluster. These projects, currently under construction, include the Rira Eco Lodge and its surrounding facilities within Harenna Forest as well as viewpoints, restaurants, and coffee shops along the hiking and driving trails leading to the summit of Tulu Dimtu. These developments are significant as they aim to promote sustainable tourism, create local employment opportunities, and enhance visitors’ comfort and experience of the park’s unique natural and cultural heritage.

Similar Posts