ዛሬ በናይሮቢ፣ ኬንያ “ዲጂታላይዜሽንን ለቀጠናዊ የእሴት ሰንሰለት መጎልበት በመጠቀም ለዘላቂ እና አካታች እድገት ማዋል” በሚል ጭብጥ በተካሄደው 24ኛው የCOMESA መሪዎች ጉባኤ ላይ ዲጂታል ትራንስፎርሜሽን የአፍሪካን የኢኮኖሚ ታሪክ የመቀየር ልዩ እድል እንዳቀረበልን አፅንኦት ሰጥቼ አንስቻለሁ። እንደ አኅጉር የየሀገሮቻችንን ጥረቶች ለማጣመር እና ቀጠናዊ ትስስሮችን ለማፋጠን ክሂሎቱ እና መሠረቱ አለን።
በኢትዮጵያ ዲጂታል ክህሎትን ለማበልጸግ እና አስፈላጊ መሠረተ ልማት ለመገንባት ጥሩ ርምጃዎች ተራምደናል። የጋራ ዲጂታል ነጋችንን ለማሳደግ በትብብር ለመሥራት ዝግጁ ነን።
Yaa’ii Hoogantootaa COMESA 24fa har’a Naayiroobii, Keeniyaatti yaada ijoo “Dijitaalaayizeeshinii hidhata sona naannawaa gabbisuuf fayyadamuudhaan misooma waaraafi haammataaf oolchuu” jedhuun taa’ame irratti, tiraanisfoormeeshiniin dijitaalaa seenaa dinagdee Afrikaa jijjiiruuf carraa addaa akka nuuf fide cimsee kaaseera. Akka ardiitti tattaaffiiwwan biyyoota keenyaa waltaasiisuudhaan hidhata naannawaa si’oomsuuf dandeettiis ta’e bu’ura dijitaalaa qabna. Itoophiyaa keessatti dandeettii dijitaalaa gabbisuufi misooma bu’uraa barbaachisa ijaaruuf tarkaanfiiwwa gaarii adeemneerra. Egeree dijitaalaa waloo keenyaa guddisuudhaaf walta’insan hojjechuuf nuti qophaa’aadha.
At the 24th COMESA Summit of Heads of State and Government held today in Nairobi, Kenya, under the theme “Leveraging Digitalization to Deepen Regional Value Chains for Sustainable and Inclusive Growth,” I emphasized that digital transformation presents a unique opportunity to rewrite Africa’s economic story. As a continent, we possess the talent and digital foundations needed to connect national efforts and accelerate regional integration. In Ethiopia, we are making significant strides in developing digital talent and building the necessary infrastructure. Undoubtedly, we stand ready to collaborate in advancing our shared digital future.







