በዲጂታል ኢትዮጵያ 2030 የተቀመጡ ግቦች እንዲሳኩ ሁለት መሠረታዊ አስቻይ ጉዳዮች አሉ።

በዲጂታል ኢትዮጵያ 2030 የተቀመጡ ግቦች እንዲሳኩ ሁለት መሠረታዊ አስቻይ ጉዳዮች አሉ። አንደኛው የኤሌክትሪክ ተደራሽነት ነው። የኤሌክትሪክ ተደራሽነት የዲጂታል ቴክኖሎጂ ምግብ ነው ብሎ መውሰድ ይቻላል። የምንጠቀምባቸው የቴክኖሎጂ ጋጄቶች ኤሌክትሪክ ይፈልጋሉ። በመሆኑም በሁሉም አማራጮች የኤሌክትሪክ ተደራሽነትን ማስፋት አለብን። ሁለተኛው የኢንተርኔት ትስስር ነው። በርካታ ከተሞች የኢንተርኔት ትስስር ተጠቃሚ ሆነዋል። ነገር ግን በሚቀጥሉት አምስት ዓመታት ይህን ትስስር በሁሉም አካባቢዎች ሙሉ ለሙሉ ተደራሽ ማድረግ ይገባል። ይህ እንደሚቻል አምነን በመስራት ለዜጎቻችን እኩል እድል መፍጠር አለብን።

Galmawwan Itoophiyaa Dijitaalaa 2030f kaa’aman akka milkaa’an dhimmoonni bu’uraa dandeessisan lama jiru. Inni tokko qaqqabamummaa elektiriikiiti. Qaqqabamummaan elektiriikii teknooloojii dijitaalaatiif nyaata jedhanii fudhachuun ni danda’ama. Meeshaaleen teknooloojii ittifayyadamnu elektiriikii ni barbaadu. Kanaafuu qaqqabamuu elektiriikii filmaata hundaan bal’suu qabna. Inni lammaffaan hidhata interneetiiti. Magaalotii hedduun hidhata interneetiitti fayyadamoo ta’aniiru. Haa ta’u malee hidhata kana waggoota shanan dhufanitti naaannawaa hundatti qaqqabamaa taasisuu barbaachisa. Kun akka danda’amu amannee hojjechuudhaan lammiilee keenyaaf carraa walqixxee uummuu qabna.

For the goals set under Digital Ethiopia 2030 to be achieved, there are two fundamental enabling factors. The first is access to electricity. Access to electricity can be considered the lifeblood of digital technology. The technological gadgets we use require electricity. Therefore, we must expand access to electricity through all possible means. The second is internet connectivity. Many cities have already benefited from internet connectivity. However, in the next five years, this connectivity must be made fully accessible in all areas. By working with the belief that this is achievable, we must create equal opportunities for our citizens.

Similar Posts